Numbers 3:39 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Henni nama d'iira ka gosa Lawi, ka haga d'alate jia toko oli, ka Musani dubbi AABBO Waaqa gula balbala worra gula t'aafe nama 22,000.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri ajaja Rabbiitiin Muuseenii fi Aaroon laakkayan dhiirti worra Leewwotaa maruu ka dhalatee ji'a tokkootii fi ka achii olii worri laakkayaman maruu namoota kuma diddamii lama turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuse'ee fi Aaron akka Mootiin Waan Maraa isaan ajajetti Lewwoota keessaa akka fira fira isaaniititti worri laakkowane, dhiirti martinuu ta dhalattee ji'a tokkootii fi ji'a tokkoo olii wolumatti 22,000.