Numbers 3:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo Nadabufi Abihu, worri ibida qulqullo intahini lafa aloo ta Sinai keesati AABBO Waaqaa bobeese, jennaani fit'ani. Worri ilmaani ind'alle, tanaafi Eleazarifi Ithamarini ato abbaani worraa jiru, huji qaalole hojatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu Naadaabii fi Abiyuudi gammoojjii gaara Siina'aa irratti hennaa Rabbiin afo'otti ciincaa ibiddaan ciincawu dhiyeessan Rabbiin afo'otti dhayamanii du'an; isaan ijoolleellee hin qaban; Alaazarii fi Itaamiri abbaa ufii Aarooniin afo'otti gadumma'aan tajaajila'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Naadaabii fi Abiihuun goomolee Siina'aatitti ibidda hin ajajaminiin Mootii Waan Maraa duratti ciincaa yennaa dhikeessane du'ane. Isaan ijoollee hin qabanu. Tanaaf Ele'azaarii fi Itaamaar qofatti yennaa abbaan isaanii Aaron jiru hayyoota te'ee tajaajilane.