Numbers 3:41 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
bikka hangafa ijoollee Israa'elii maraa worra Leewwotaa, busaawaa worra Leewwotaa, bikka horii hangafaa ka ijoollee Israa'elii maraa ana Rabbiif fuudhi»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Mootii Waan Maraa ti; ati addee angafoota Israa'elootaa mara worra Lewwootaa, addee angafoota horii Israa'elootaa mara horii worra Lewwootaa naaf fuudhi» jedhe.