Numbers 3:43 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ta haga d'alate jia toko oli maqa t'aafe: henni sunini ch'ufti wolti nama 22,273.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan keessaa worri laakkayaman dhiira keessaa hangafni maruu akka maqaa isaaniitiin ka dhalatee ji'a tokkootii fi ka achii olii namoota kuma diddamii lamaaf dhibba lamaa fi torbaatamii sadihii turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhiirti angafooti ta ji'a tokkootii fi ji'a tokkoo olii ka maqaa maqa'aan galmeeffamane wolumatti 22,273.