Numbers 3:46 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan ilmaani angafa ka worra Israeli nama d'ibba lamafi torbatami sadini worra Lawi ira jirtuufi, ilmaani ira hafte suni bitachu malte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Israa'elii worri hangafa ta'anii dhalatan, laakkobsaan worra hangafa Leewwotaa dhibba lamaa fi torbaatamii sadihiin waan caalaniif kanniin hori'iin furi;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Laakkossi dhiira angafoota Israa'elootaa dhibba lamaa fi torbaatamii sadiin laakkossa Lewwootaa caalan. Isaan kana wodiisaaf,