Numbers 3:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gosa Lawi gayaami, biyya duraani kooti, hojattu qaallicha Haruni jed'ani worra tolchi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Gosa Leewwi'ii akka Rabbii hojjatan gadicha Aarooniin afoo fidii dhaabsisi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Gosa Lewwi'ii fidiitii, hayyicha Aaron akka qarqaaranuuf fuula isaa duratti dhikeessi.