Numbers 3:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri ha huji Waaro Woyyumati malteefi ta qaaloleetifi ta gumi ch'ufa hojatuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan akka hujii daasee wol gayi'ii keessatti hojjatan isaa fi banii maraa akka tajaajilan waan barbaachisu maraa daasee wol gayi'ii afo'otti haa eeganii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan Dunkaanii Woldeenna'aa duratti isaa fi wolde'a gumi'ii duudi'iif, hujii dunkaanii dhugaa bayaa hujan.