Numbers 3:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle worri ha miha Waaro Woyyuma jabeese huji worra Israelile hojatuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hujiin daasee wol gayi'ii keessatti hojjatamu akka hojjatamu mi'a maraa daasee wol gayi'ii keessatti haa eeganii; ijoollee Israa'elii tajaajila'aa waan isaan barbaachisu haa eeganii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan meya Dunkaanii Woldeenna'aa mara eegaa, hujii dunkaanii dhugaa bayaa keessaalle hujiisaan kolbaa Israa'elii tajaajilan.