Numbers 3:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hujiini worri Lawi hojachu male toko ch'alla aka Harunifi ilmaani isaa hojatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra Leewwotaa Aaroonii fi ijoollee Aarooniitii kennita; isaanillee ijoollee Israa'eliitiif kennaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lewwooti Israa'eloota keessaa Aaronii fi ilmaan isaatiif waan kennamaneef, ati Aaronii fi ilmaan isaatiif isaan kenni.