Numbers 30:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
isiini waan kakhate kaani ch'ufa guutuu malte, yo d'iirsi isii d'agaye isi d'owe male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
abbaan worraa isi'ii dhagayee dhoogguu baatee yoo isi'itti cadhise woreenni isiin qabde sunii fi wonti isiin kaku'uun waada galte sun maruu isii irratti raawwata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
dhirsi isi'ii marroo waan kanaa dhage'ee yoo cadhise, waan waadaa galte san yookiin waan kakatte san muummessuu qaddi.