Numbers 30:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'iirsi isii d'uga qaba, aka kakhu isiini kakhate suni iti lakise yokhaani d'owu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Woreega isi'ii maraa fi waan afaan isi'iitii baye maraa ka isiin kaku'uun waada galte abbaan worraa isi'ii mirkaneessu'uu fi diiguu hin danda'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhirsi isi'ii waadaa isiin galte san yookiin waan godhiisaaf isiin kakatte san mara eeyyamiisaaf yookiin mormiisaaf mirga qaba.