Numbers 30:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo guyya sunifi boriyyaatele woma injed'ini, isiini waan kakhate ch'ufa guutu malte. Inni yayu kakhu suni ee jed'e waan inni d'agaye iti lakiseefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abbaan worraa isi'ii garuu guyyama guyya'aan dhagayee yoo isi'itti cadhise waan isiin woreega itti qabde maraaf wonti isiin kaku'uun waada galte maruu isii irratti raawwata; waan abbaan worraa guyyama dhagaye san isi'ii mirkaneesseef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee, dhirsi isi'ii guyyaa dhage'een jalqabee yoo cadhise, waan waadaa galtee fi waan kakatte san muummessuu qaddi; inni guyyaa dhage'een jalqabee waan cadhiseef, eeyyamuu ifii mirkaneesseera.