Numbers 30:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja nami AABBO Waaqaa wa sii kenna jed'e kakhate, ammalle waan suni guute male intau jed'e kakhate, inni kakhu suni hanqisu himmalle, ammo waan inguuta jed'e ch'ufa guutuu male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
namni yoo Rabbiif woreega qabe yookaan yoo kaku'uun waadaa gale, dubbii san hin diigin; waan afaan isaatiin jedhe maraa haa godhuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunille, ‹Nami tokko waan tokko ana Mootii Waan Maraatiif kenniisaaf waadaa yoo gale yookiin waan tokko akka hin gooneef yoo kakate, waan jedhe san mara godhuu qaba malee, jecha ifii san diiguu hin qabu.