Numbers 31:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musafi Eleazarifi gumi Israeli, ta diida Moabu, ka hojja arti ejani Yerikoni galaana Yordani gamaa, nama dura mullatuti worra duraani d'ufani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan booji'anii fi namoota booji'an waan saamanii fudhatan maraa gara Muuse'ee gara gadicha El'aazaarii fi banii ijoollee Israa'elii laga Yoordaanosii biratti raasaa Moo'aabii ka Iyyaarikoo afoo jiruu biratti isaanitti fidan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba isaan waan booji'anee fi waan saamane laga Yordaanosiitiin gama, fuullee Yeriko'ootitti, dirree Mo'aabiititti addee isaan qubataneeranutti gara Muuse'ee fi Ele'azaarii hayyichaa, akkasuma gara wolde'a Israa'elootaa fidane.