Numbers 31:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'eeni, Isani maanifi nad'eeni taana hambiftani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen, «Isin maaf dubartoota hambiftan? jedhee isaan gaafate,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni, «Isin dubartooti martinuu akka lubbu'uun hafanu maaf gootane?