Numbers 31:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani imbeetani, aka nami dubbi Balamu gula bahe lafa Peoriti AABBO Waaqa iraa biyya gorse balleese nad'eeni? Wonti ch'iisa d'ukuba hama kaani gumi AABBO Waaqatini d'ufe suniniti?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
kunoo kunniin sababaa Feegooriitii fi gorsa Bala'aamiitiin ijoollee Israa'elii irratti worra gufuu ta'anii Rabbiin yakkaniimii; kanaaf banii Rabbii irratti balaan dhufe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan kun gorsa Bala'aamii fudhatanee, Phe'oritti Israa'elooti Mootii Waan Maraa akka lakkittuu fi balaan kolbaa Mootii Waan Maraatitti akka bu'u worra godhe.