Numbers 31:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle gaad'a nafa keesani ch'ufafi waan goga ira mid'aasanifi, waan rifeensa reetifi mukhaani mid'aasani ch'ufa qulqulleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uffata, ka gogaa irraa hojjatamee fi ka rifeensa re'e'ee irraa hojjatame maraa, ka muka irraa hojjatame maraa qulqulleessaa'a»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Woyaa maraayyuu, waan goga'aa fi rifeensa re'e'ee irraa hujame mara yookiin waan muka irraa hujame mara qulqulleessa'a» jedhe.