Numbers 31:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaallichi Eleazari waan jara duula galeeni jed'e, Kunini seera AABBO Waaqi Musaa kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadichi El'aazaar namoota lolaa dacha'aniin, «Seerri Rabbi Muusee ajaje kana;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ele'azaariin hayyichi, loltoota lola irraa deebi'aneen, «Ajaji seeraa ka Mootiin Waan Maraa Muusee ajaje ka asii gad jiru: