Numbers 31:23 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
irsaasii'i, waan ibidda keessa lufuu danda'u maraa akka qulqullaawu ibidda keessa dabarsaa'a; achiin maayessa bisaan waan sanniin qulqulleessuun qulqulleessaa'a; waan ibidda hin dandeenne garuu bisaaniin qulqulleessitan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
waan ibiddi hin gunne mara ibidda keessa dabarsa'aatii qulqulleessa'a. Te'uu malee bisaan ittiin qulqulleessiisaalle'een qulleessuu qaddan. Wonni ibiddi gubu marti bisaan ittiin qulqulleessiisaa keessa dabarsa'aatii qulleessa'a.