Numbers 31:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qooda duula suni keesa, d'iba shani keesa toko, nama taanaani, looni taanaani, harre taanaani, hoolafi laleesa taanaani, damoosa AABBO Waaqaa baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan worra duula dhaqeef kennite sanniin keessaa namoota keessaallee, sangoota keessaa, harriin keessaa, tika hori'ii keessaa, dhibba shan keessaa harka tokko Rabbii gibira baasi;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qooda loltootaa irraa namoota keessaa, loon keessaa, harree keessaa, hoole'ee fi re'ee keessaa dhibba shan keessaa tokko ana Mootii Waan Maraatiif qooda adda baasi.