Numbers 31:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Musani waan biyyaani jed'e, Had'iisa kurfefad'a, aka Midiani haatani waan worri AABBO Waaqa tolche haalo baaftani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Muuseenillee bani'iin, «Waan worri Miidiyaamii Rabbitti ka'aniif isin keessaa namoonni lolaaf haa hiriiranii; worra Miidiyaamii haluu bayu'uuf haa deemanii;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Muuseen, kolba'aan, «Worra Miidiyaanotaa dhaqanee lolanee, haluu Mootii Waan Maraa akka bayanu, isin keessaa nama garii lolaaf qopheessa'a.