Numbers 31:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qooda gumi kaanile, shantama keesa toko, nama taanaani, looni taanaani, harre taanaani, hoolafi laleesa taanaani, fuud'a, worra Lawi ka huji Waaro Woyyuma harkaa qabu, kenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gayee ijoollee Israa'elii keessaa namootaa sangoota keessaa, harriin keessaa, tika hori'ii keessaa, horii maraa keessaallee shantama keessaa harka tokko fuudhiitii Leewwota mana Rabbii keessatti tajaajilanii kenni» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qooda Israa'elootaa irraa namoota keessaa, loon keessaa, harree keessaa, hoole'ee fi re'ee keessaa shantama keessaa tokko fuudhiitii Lewwoota worra itti gaafatantoota dunkaanii dhugaa bayaa tiyya keessa tajaajilanuuf kenni» jedhe.