Numbers 31:47 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qooda kana ch'ufa keesa Musani, shantama ch'ufa keesaa, namafi saale toko fuud'e, akuma AABBO Waaqi isaani jed'e, worra Lawi, ka huji Waaro Woyyuma harkaa qabu, kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen gayee ijoollee Israa'elii sa'aa nama keessaa shantama keessaa tokko akkuma Rabbi Muusee ajaje Leewwota tajaajila mana bulti'ii eeganii kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen qooda Israa'elootaa irraa namoota keessaa, horii keessalle'ee shantama keessaa tokko fuudhee, akkuma Mootiin Waan Maraa isa ajajetti, Lewwoota itti gaafatantoota dunkaanii dhugaa bayaa ta Mootii Waan Maraa keessa tajaajilanuuf kenne.