Numbers 31:51 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musafi qaallichi Eleazarini faaya worqi fud'atani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseenii fi gadichi El'aazaar worqi'ii fi mi'a waan gara garaatiin hojjatame maraa isaan harkaa fuudhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuse'ee fi Ele'azaariin hayyichi faaya meya worqii irraa hujamee san mara isaan irraa fuudhane.