Numbers 31:54 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Musafi qaallichi Eleazarini worqi suni abbooti duula iraa fuud'ani Waaro Woyyumatiini d'ufani, aka AABBO Waaqi gumi Israeli qaabate qorqoratu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseenii fi gadichi El'aazaar worqii ajajoota loltuu kumaatii fi ajajoota loltuu dhibbaa irraa fuudhanii akka yaadannoo ijoollee Israa'eliitiif ta'u Rabbiin afoo gara daasee wol gayi'ii galchan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuse'ee fi Ele'azaariin hayyichi worqii ajajjoota kumaatii fi ajajjoota dhibbaa irraa fuudhane san, kolbaan Israa'elii, Mootii Waan Maraa duratti akka ittiin yaadatantu gara Dunkaanii Woldeenna'aa fidane.