Numbers 32:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gochiti Reubenitifi ta Gadi looni guddo qabdi. Worri aka lafti Yazeritifi Gileadi looni dansa, arge jennaani
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Roobeeliitii fi ijoolleen Gaadii horii baay'ee qaban ture; lafti Iyyaazeeriitii fi lafti Gala'aadii hori'iif hulee mishaa akka ta'e haga argan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyiin Ruubeniitii fi sanyiin Gaadii horii bacaa qabaniiyyu; isaan latti Yaazeriitii fi latti Giil'aadii lafa hori'iif toltu akka teete dhaggane.