Numbers 32:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini inkakhad'a aka worri kuni, waan garaa tokooni na gula yau dideefi, nami worra ka ganna diddamati oli, ka lafa Misiri keesaa bahe, lafa anini Abrahamufi Isaaqofi Yakobo kakhad'e, tokoleeni inseenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni dhugamaan worra Rabbiin duukaa bu'an ilma Yoofoonii nama Qeeneezaa Kaaleebii fi ilma Nawwe'ee Iyyaasuu malee worri biyya Misirii keessaa bayan namoonni woggaa diddamaatii fi ka achii olii sirima waan na duukaa hin deemneef lafa Abrahaam, Yisaaqii fi Yaaqoobii hin kenna jedhee isaaniif waadaa gale san hin argan» jedhee kakadheera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
‹Namooti biyya Gibxi'iitii bayane worri woggaan isaanii diddamaatii fi diddamaa olii gadhaa tokkochaan na gula waan hin deeminiif, isaan keessaa nami tokkolle lafa ani Abrahaamiif, Yisihaqii fi Yaaqoobiif kenniisaaf kaku'uun waadaa gale hin dhagganu.