Numbers 32:12 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami waan suni keesa injirre Kalebu ilma Yefune ka gosa Kenisitifi, Yoshua ilma Nuni ch'alla; jara kana lamaani ch'allati garaa tokooni AABBO Waaqa gula yae.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kaalebii ilma Yofunee Qenazichaatii fi Iyaasuu ilma Nunii worra gadhaa tokkochaan na gula deemane malee, isaan keessaa nami tokkolle hin dhaggu› jedhe.