Numbers 32:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi gumi Israeli suniti dallane, lafa aloo ta gamooji keesa, haga ganna afurtama lafa marse, haga d'alooti isa dallansiise kaani ch'ufti hobauti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dheekkamsi Rabbii worra Israa'elii irratti hin jabaate dhaloonni Rabbiin afo'otti waan badaa hojjatu haga badutti woggaa afurtamaaf lafa gammoojji'ii keessatti akka dhama'an isaan taasise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa kolbaa Israa'eliititti guddoo aaree, dhalooti fuula Mootii Waan Maraa duratti hantuu hujane sun haga dhumatanutti, kolbaan Israa'elii woggaa afurtama goomolee keessa akka joonjitu godhe.