Numbers 32:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma isanileeni yayu abbooti teesani suni gula baatani, d'aloota d'ibi ka daba taatani, dallansu hamtu AABBO Waaqaa worra Israelitini d'uftani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee isin hulee abboota keessanii buutanii lola Rabbi banii Israa'elii irratti fidu'uuf dhaloota haarawa cubbuu hojjachu'uuf qophaaye taataniirtan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isinille amma sanyiin namoota cubbaaleyyi'ii, addee abbootii teessanii buutanee, Mootiin Waan Maraa irra caalaa kolbaa Israa'eliititti akka aaru gootan.