Numbers 32:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo isani, gochiti Reubenitifi ta Gadi, amma tana isa gula yau didani, inni ammalle deebie gumi tana ch'ufa lafa alooti lakisa, duuba nami badii suni worratiini d'ufu isani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin ijoolleen Roobeeliitii fi ijoolleen Gaadii yoo Rabbiin duukaa deemuu baattan Rabbi banii kana lafa gammoojji'ii kanatti dhiisa; isin banii kana maraa hin balleessitan» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin sanyiin Ruubeniitii fi sanyiin Gaadii isa hordofiisa irraa yoo deebitane, inni ammalle goomolee keessatti kolbaa tana hin lakkisa; isin badii isaaniitiif sababa hin teetan» jedhe.