Numbers 32:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Musati gad'ufe waan jed'eeni, Qara aka nu moona d'akhaa ree teennaa jaarre, ilmaani teennale maneeni jajabdu diraa jaarufi nu lakisi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee gara isaa dhufanii, «Nu'u horii keennaaf moonaa'a, ijoollee teennaaf qachoota ijaarra;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba isaan gara Muuse'ee dhufanee, «Asitti horii keennaaf moonaa, ijoollee teennaa fi dubartoota teennaaf qachaa ijaaruu feena.