Numbers 32:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba nu kurfo jirra, aka gumi Israeli dura deemne nyaapa haanu, haga nu worra lafa worratiini geenuti. Hagasi ilmaani teenna dandeete dira kana keesa teete, worra lafa tana duraa baati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
nu'u garuu lolaaf qophoofnee haga hulee isaaniititti isaan galchinuu ijoollee Israa'elii afoo deemna; namoonni lafa kana irra jiranii fi ijoolleen teenna qachoota golgamte keessa jiraatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee, haga addee isaaniitiin isaan geennutti hidhannee Israa'eloota golii teennaa dura aannee loliisaaf qophoonneerra; yennaa san kolbaan lafa tana keessa leetu ijoollee teenna akka hin miine, ijoolleen teenna qachaa dalleenni dhaka'aa itti ijaarame keessa hin le'an.