Numbers 32:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu lafa galaana Yordani gama tokole worra duraa infud'annu; wonti akanatiifi nu qooda keenna ya arma galaana Yordani ila boruti fud'anne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
nu ristii keenna Yoordaanosiin irraa gara baya biiftu'uutitti waan fudhanneef ristii isaanii ka Yoordaanosiin gamatti isaanii kenname isaan woliin hin dhaallu» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti laga Yordaanosii irraa gara aduun baatutti lafa waan fudhanneef, laga Yordaanosiitiin gama lafa isaan woliin qoodannu hin qannu» jedhane.