Numbers 32:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
lafa iraa fuud'uti. Eegi suni dandeetani deebitani; wonti akanatiifi isani yo suni ya fed'i AABBO Waaqatifi ta worra Israeli guutani. Duuba hojja suni AABBO Waaqi aka lafti galaana Yordani ilaboru teesani beekha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin afo'otti Israa'eliin biratti qulqulloota taatan; lafti tunillee ristii teessan taati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
yennaa latti sun harka Mootii Waan Maraa jala galte, isin deebi'uu hin dandeettan. Mootii Waan Maraatii fi Israa'elootaafille akka gootanu waan isin irraa barbaadamu muummessitaneertan. Latti sunille fuula Mootii Waan Maraa duratti teessan hin teeti.