Numbers 32:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo kakhu teesani suni guutu baatani, beekha, ya AABBO Waaqati dabdani, imamina, gati ch'ubbu teesani ind'abdani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin garuu yoo waan kana godhuu baattan Rabbiin yakkitan; akka cubbamtoota taatan uf beekaa'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin waan kana yoo hin godhin ammoo, Mootii Waan Maraa irratti cubbuu hujjan; cubbuun teessan akka isin qabattu beeka'a.