Numbers 32:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba dira ilmaani teesanifi moona ree teesani jaarad'a, ammo waan kakhatani kana guuta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
hoolota teessaniif gooruu ijaaraa'a; waan afaan keessanii baye godhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ijoollee teessanii fi dubartoota teessaniifille qachaa, hoole'ee fi re'ee teessanille'eef gooree ijaara'a; ammoo waan waadaa galtane muummessa'a» jedhe.