Numbers 32:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nad'eeni teennafi ilmaani teennafi loonifi reeni teennaleeni armuma dira lafa Gileadi kana ch'ufa keesati hafti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen teenna, haawwonni manaa teenna, tinni hori'ii keennaa fi loowwan keenna maruu qachoota Gala'aadii keessa jiraatan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ijoolleen teenna, dubartooti teenna, loon keennaa fi horiin keenna marti as qachoota Giil'aadii keessatti hin hafan.