Numbers 32:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma nu ch'ufti jecha AABBO Waaqa gula had'iisaa kurfo jira. Nu galaana Yordani taakine, akuma atini jette nyaapa haana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
nu'u garuu garboonni tee maruu woraanaa fi wontee qabannee akkuma ati gooftaan keenna nuun jette Rabbiin afo'otti lolaaf baana.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti tajaajiltooti teeti ammoo worri lolaaf qophoonne marti akkuma ati jette, Mootii Waan Maraa duratti, loliisaaf laga Yordaanosii gamatti buuna» jedhane.