Numbers 32:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo worri galaana Yordani taake had'iisa isani woliini yau baate, worri ha akuma keesani lafa Kanaani keesati qooda lafa argatuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Woraanaa fi wontee isaanii qabatanii yoo isaan woliin ceeyuu baatan garuu biyya Kana'aaniititti isin keessatti ristii ufii argatan» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ammoo lolaaf hidhatanee isin woliin laga Yordaanosii gamatti yoo hin bu'in, isinuma woliin lafa Kana'aanii keessatti latti qooda isaanii isaaniif kennantuu ti» jedhe.