Numbers 32:38 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nebo, Baal-Meoni (maqa dira kana ya jijirani), Sibima. Worri dira kana eege jabeese jaare maqa d'ibi baaseefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qiriyaataayimiin, worra maqaan isaanii jijjiirame Naabaa, Almeewooniin, Seebaamaallee hin ijaaran; qachoota ijaaran kanniin maqaa biraa itti baasan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
qachoota maqaan isaanii jijjiirame Nebo'oo fi Ba'aal-Me'on, Siibmaalle deebisanee ijaarane. Isaan qachoota deebisanee ijaarane kana maqaa baasane.