Numbers 32:39 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Balbalti gosa Makiri, ta ilma Manase iraa baate, lafa Gileadi haate, fud'ate, worra gosa Amori ka keesa jiru keesaa kaafte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ilmi Minaase'eetii fi ijoolleen Maakirii gara biyya Gala'aadii dhaqanii worra Amoorotaa ka lafa san irra jiraatan ari'anii lafa san fudhatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyiin Maakiirii ilma Minaase'ee dhaqanee lafa Giil'aadii qabatanee, worra Amoorotaa ka achi jiranu ari'ane.