Numbers 32:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani akami gumi Israeli garaa laafiftani, galaana Yordani taku sodaachiftani, lafa AABBO Waaqi worraa kenne iti dabru d'owartani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka Rabbi lafa isaanii kennutti akka isaan hin ceesifneefii?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan biyya teessanii Israa'elooti laga Yordaanosii gamatti buutee, lafa Mootiin Waan Maraa isaaniif kennetti akka hin galle maaf addii kutachiittan ree?