Numbers 32:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti isani taatani kunini woma qara abbootini teesani taate, gaafa anini, lafa Kadesh-Barnea keesa, lafa dooyad'a jed'e erge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
hennaa ani lafa Qaadeesii haa Gaadani'iif gara Barne'ee erge abbootiin teessan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafa akka dooyanuuf abbootii teessan Qaadesh-Barnee irraa yennaa ani erge, isaanille akkasuma godhane.