Numbers 32:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi worri haga bale Eshkoli d'aqe lafa arge, ammo galani jennaani biyya garaa laafisani lafa AABBO Waaqi worraa kenne seenu sodaachisani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
hennaa gara lafa dhooqa Eshkoolii dhaqanii lafa argan akka gara lafa Rabbi isaanii kennee sanitti hin galle onnee ijoollee Israa'elii dadhabsiisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan haga dhooqa Eshikolii dhaqanee, lafa ilaalaneen duuba, Israa'elooti gara lafa Mootiin Waan Maraa isaaniif kenneeru sanitti akka hin galle addii kutachiisane.