Numbers 33:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tunini maqa fulla worri Israeli ququbate, eegi gochiti worraa ch'ufti lafa Misiriti, Musafi Haruni gula, godaante.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Israa'elii akka gosa isaaniitiin qoqqoodamanii Muuse'ee fi Aaroon isaan masakkanii haga biyya Misiriitii bayaniin maayessa seenaan huleen isaan itti quphatan mudhisu kana;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Israa'elooti akka gosa gosa ifiitiin Muuse'ee fi Aaroniin sooreffamaa biyya Gibxi'iitii yennaa bayane, addeen isaan itti quqqubataa ideemane asii gad jirti.