Numbers 33:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Elimu godaanani, galaana Diima d'aatu qubatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eliimiillee ka'anii daangaa galaana diima'aatitti quphatan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eliimii ka'anee, abbaayaa diintuu bira qubatane.