Numbers 33:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbi Waaqa gula Musani maqa fulla worri qubate ch'ufa t'aafe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseenillee akka ajaja Rabbiitiin akkaataa isaan itti bayan barreesse; akkaataan isaan itti bayanillee akkana ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma ajaja Mootii Waan Maraatitti addeen isaan quqqubataa ideemane ta Muuseen barreessee asii gad jirti.