Numbers 33:38 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadichi Aaroon ajaja Rabbiitiin gaara hoorii irra bayee ijoolleen Israa'elii biyya Misiriitii haga bayaniin maayessa woggaa afurtameesso'oo ji'a shaneesso'oo guyyaa jalqabaatitti du'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Aaroniin hayyichi ajaja Mootii Waan Maraatiin gara gaara Hoorii ol baye; Israa'elooti biyya Gibxi'iitii bayaneen duuba woggaa afurtameesso'oo keessa, ji'a shaneesso'oo guyyaa qaraa achitti du'e.