Numbers 33:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ka worri Misiri gaafasi ilmaani worraa ta angafa ta AABBO Waaqi fit'e awaalachu jiru. Akanaani AABBO Waaqi aka waaqa lafa Misiri ch'ufa ira irre qabu agarsiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san worri biyya Misirii hangafa isaanii ka Rabbi isaan jalaa ajjeese awwaalata'aa turan; waan Waaqa tolfamaa isaaniitiifillee Rabbi isaanitti murteesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san worri Gibxi'ii ilmaan ifii angafoota Mootiin Waan Maraa ijjeese awwaaliisatti jiraniiyyu. Mootii Waan Maraa waaqota isaanii irralle'etti mureeraayyu.